Barataan Lama Yunivarsiitii Jijjigaatti du’aniiru

Barataan Lama Yunivarsiitii Jijjigaatti du’aniiru

”Oduun Jijjigaa Yunivarsiitii dhuftee akka jetutti kaleessa walitti bu’iinsa barataa Oromoo tokkoofi barataa Somaalee tokko gidduutti ta’een wal-qabatee, rasaasa humna federaalaan dhalootan Somaalee kan ta’an baratonni lama du’aniiru. Akka oduu dhufteetti, barattoonni lamaan du’an kun akka loliisa dhaabaniif akekkachiisa itti kennaman tuffatanii waan itti caalaaniif humaa ol haala ta’een jetti. Ergamtoonnii Abdii Illee mooraa keessa waan guutanii jiraniif, haalli jiru hedduu sodaachisaa akka ta’ee oduun achii dhufte nimullisti.”

Beekan G Erena


በትናንትናው ዕለት በጅጅጋ ዩኒቨርሲቲ የኦሮሞ ተወላጅ ተማሪዎች ላይ ያነጣጠረ ጥቃት ተፈፅሟል፡፡ ብዙ ተማሪዎች የአካል ጉዳት ደርሶባቸዋል፡፡ ምሽቱንም ሌላ ጥቃት ይደርስብናል በሚል ስጋት ራሳቸውን ለመከላከል በመመገቢያ አዳራሽ ውስጥ በጋራ ለማደር ተገደዋል፡፡ እጅግ በጣም አሳዛኝ እና አሳፋሪ ድርጊት ነው !! 

Haawenii Dhabesaa