Ibsa Haala Yeroo irratti Ministirri Muummee Dr Abiy Ahmad Kennan

Ibsa Haala Yeroo irratti Ministirri Muummee Dr Abiy Ahmad Kennan
Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad Haala Yeroo irratti ibsa kennanin Jijjiirrama biyyattiitti dhufeef abbaan ummata Itiyoophiyaatti jedhan. Abbaan injifannichaa amma ummata ta’etti ammoo jaarmiyaalee alaa gara biyyaa deebi’an maddiitti dhiibudhaan maqsuun barbaachisaa miti jedhaniiru. Jaarmiyaan kamuu alaa yammuu galu ummanni itti siqee simatee baga nagayaan deebite jechuudhan, nagayaan akka qabsaa’u itti himuu qaba jedhaniiru.Bara haaraatti wal jibbiinsa dhiisnee wal jaalalaan ida’amnee biyyaa fi naannoo gaanfa Afrikaa ijaaruu qabnas jedhan.


Respect for the sacrifices of our heroes

Warri dhagaa darbataa ture biyya gadi dhiisee baqatee jira

Thank you!!


Gadaa Lubaa.

Qeerroo Koo ❣️💚❣️ Gachanii kee Dhufa jira Jabadhu.


ESAT DC Daily News Thu 13 Sep 2018

#EBC በመጪው ቅዳሜ የሚደረገው የኦሮሞ ነጻነት ግንባር /ኦነግ/ አመራሮች አቀባበል ስነስርዓት በሰላማዊ ሁኔታ እንዲጠናቀቅ ሁሉም የድርሻውን እንዲያበረክት የኦነግና ግንቦት 7 ፓርቲ መሪዎች ጠየቁ፡፡

ጃዋር መሀመድ በባንዲራ ውዝግብ ዙሪያ ያስተላለፈው መልእክት

ምንጭ፦ OMN

Prof. PLO Lumumba, This applies to you too, Not just our continental family, the world doesn’t care about you until they want something from you… Know Thyself, Love Thyself, Do For Self…


Kaaba Oromiyaa Magaalaa Baatee wolloo


Duruu saba koo isuma isaan cabsaa turan malee akka yoo oromoon tokkummaa qabaate waraanaan hin cabsine ni beeka Diinni bareechee. kanafuu yeroo ammaa kana aangawwoonni oromoo gara angoo federaalaatti waan dhufaniif saba koo tutuquu fedhu. Fedhiin isaanii yeroo ammaa biyyattii oromoon waan bulchaa jiruuf carraa kanatti fayyadamnee fedhii keenna hunda galamaan gahanna jechuun diinni qophii guddaa godhutti jira. Kun immoo yoomuu milkaa’uufii hin danda’u. Oromoon waan isaaf ta’u bareechee beeka. Badaan keennas keennuma tolaan keennas akkasuma bakka jiruu wal haa jabeesinu.

Yes!! Fardi kiiloo afuur kutee afrikaa dhaquu qaba fufee
You know what am i sain?? Thats Qeerroo power

“የፈለገውን ነገር ይመጣል እንጂ
የኦሮሞ ህዝብ ያልፈለገውን ባንዲራ በጉልበት አይጫንበትም”
ኦቦ Lamma መገርሳ !