Yeroo dhugaan dhufte deebiin isaanii “ammaan sirreessa” taate;

Yeroo dhugaan dhufte deebiin isaanii “ammaan sirreessa” taate;

Raayyaan Ittiisa Biyyaa Angoo Heera Mootummaatiin keennameefiin mootummaan naannoos tahe caasaan mootummaa gadi jiru hojii isaa danquu kan hin dandeenyee fi Ajaja mana maree nageenyaa fi hogganaa humnoota nageenyaa biyyooleessaa Dr. Abiiyyi Ahimed qofaan kan hogganamuu waan tahef jecha gochi har’aa naannoo Tigraayitti Konkolaattoota raayyaa Ittiisaa sochii isaanii danquu waliin wal qabatee tahef Ittii Aanaan Pirazidantii Naannoo Tigraay ittii gaafatamaa tahun isaanii galgala kana isaan qaqqabeera.

Wayita eergaan raayyaa ittiisaa Dabratsiyoon qaqqabuttiis “…garee tokko sadarkaa naannootti hundeessee hatattamaan garasitti eergeera. hamma ganamatti rakkicha nan hiika” jechuun deebii deebiseera.
Jalqaba maaltuu hawaasa ijaarii jedhen?
ITTII MUDDII!!

source: Adem Misoma


Some facts presented today by Federal Attorney General Berhanu Tsegaye regarding #Getachew_Assefa.

• He is NOT a member of the Tigray State legislature
• He is NOT a member of the federal parliament
• Thus, he does not have immunity from prosecution
• He is still in Tigray
• The federal government has requested the regional state to hand him over to federal authorities
• The regional state has refused to cooperate with law enforcement
• The reason he has not been arrested thus far is to avoid military clashes with the region’s security forces.

THE FINFINNE INTERCEPT