Breaking news: Yeroo ammaa Qeerroon Oromoo Finfinnee naannoo Jamoo jedhamutti hiriira mormii guddaa gaggeessaa jiru.Humni poolisaa fi RIB kumaatamaan lakkaahamu hiriira kana humnaan bittinneessuuf bobbaafamee jira.
OMN: ODUU Guyyaa (Guraandhala 12, 2019)