Yakkamtoota seeraaf dhiyaachuu qabuutu Seera kabachiifna jachuun waraana wayyaanee ummata oromoo fii gaachana oromoo WBO irratti bobbaasee shorarkaa

Yakkamtoota seeraaf dhiyaachuu qabuutu Seera kabachiifna jachuun waraana wayyaanee ummata oromoo fii gaachana oromoo WBO irratti bobbaasee shorarkaa umuun ummata nagayaa mangudduu fii daa’ima osoo hin hafin arraas maqaa nagayaan ajjeesisaa jira.

ummanni keenya shiraaf olola yakkamtoota akkanaa kana itti dammqauun tokkummaan mirga isaaf falmachuun fashalsaa jira.