Yadannoo gootota Oromoo oromiyaa bilisoomsuuf waggaa

Yadannoo gootota Oromoo oromiyaa bilisoomsuuf waggaa 150 oliif kufaa jiraaniif WBOn qophii Ebla 15 eegalaniiru.

Dhaamsa waliif dabarsaa kan Geggeeffamu Magaalaa Guddittii AMBOOtti waan ta’eef Mootummaan Itoophiyaa ayyaana kanaaf eyyama Laatee waan jiruuf qeerroofi qarreen, ummatni Oromoo marti, barattootaaf barsisootni daldaltootaafi qonan bulaan, horsiisee bulaan farda keessan gulufsiisaa kottaa!

Maree gurguddaan irratti in geggeeffama Tokkummaaan oromoo ni mul’ata
Jaalalli akka galaanaa nu gidduutti dhangala’a Nagaan ni dhufu!

Bara dhufu immoo Jalleewwan bosonaa jiran martii oromoo bilisa baasanii yeroo galan akka biyyatti ayyaaneffanna!



TPLF walgahii Koree Gidduu isaa xumuree ibsa baasee jira. Ibsa kana keessatti:
1. Ummata Tigraay keessaa warra ergama qaama biraa hojiirra oolchuuf bitametu jira, jara kana irratti jabeessinee qabsoofna,
2. Biyyattiin kan tasagbbii dhabaa jirtuuf waan EPRDF daandii Abiyootaawii Dimokraasii ittiin bulaa ture irraa mucucaateef waan taheef ammas daandii EPRDF kaleessaa sanatti deebi’u malee sabatiinsi dhufu hin jiru,
3. Paartii EPRDF tokkoomsuuf yaaliin jalqabame osoo kaleessa yeroo addichi nagaa qabu tahee malee har’a irratti ilaalcha masaanuu addicha seene waliin bu’aa hawwamu hin fidu, addichas hin tokkoomsu,
4. Kanaafuu EPRDF bakka kaleessaatti deebisuuf, heera kabajuu fi sirna federaalummaa biyyattiif waardiyyaa dhaabbachuuf sabaa fi sablammoonni hunduu TPLF waliin akka hojjettan waamicha dabarsna.
ergaa jedhu dabarse

Yaya Beshir


OMN: Oduu Guyyaa (Eebla 13, 2019)


Koreen teknikaa warri WBOrraa hiikuuf waxifattan,
Yoom hiittu warra kanarraammoo?

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.