Yaasoo Kabbabaa haa hiikamu jechuun Eebba waajjira ABO Kamisee irratti ummati Keenya walloo gaafachaa oole! .

Yaasoo Kabbabaa haa hiikamu jechuun Eebba waajjira ABO Kamisee irratti ummati Keenya walloo gaafachaa oole! 

KMN Kush Media Network 08/2020
Sirna baniinsa waajjira Adda Bilisummaa Oromoo Walloo irratti oromoonni walloo Barsiisaa,Qabsaawaa ,Barreessaa fi qondaalli ABO Yaasoo Kabbabaa hidhaadhaa haa bahu jechuudhaan sagalee isaanii dhageesisanii jiru.

በወሎ የኦሮሞ ነፃነት ግምባር የቅርጫፍ ቢሮ አከፋፈት ስነስርዓት ላይ የተገኙት የአከባቢው ማህበርሰብ ፍርድ ቤት በ5ሺህ ብር ዋስትና ለቆት ፖሊሶች አንለቅም ብለዉ ፍርድ ቤት ለሚያመላልሱት ታጋይ,መምህር እና ደራሲ ያዘዉ ከበበ የከእስር ይፍታልን ጥያቄዎችን አቅርበዋል::

Haasawaa Jaal Amaan Filee (Miseensa GS ABO) sirna baninsa waajjira ABO Kaaba Oromiyaa magaalaa Kamiseetti taasisan.

Walloo: Kamisee