Yaa Waaqa, uumaa keenyaa; isa Oromoo gootee nu uumte,

Yaa Waaqa, uumaa keenyaa; isa Oromoo gootee nu uumte, warra ijoollee kee babbareedduu kanatti gaaddu irraa qabi; ijoollee keenyaaf gaaddisa ta’i!
Nuun immoo qabsootti jabeessi!
Marabbaan kan Waaq!!


ABOn Hiree Keenya!!

Oduu Ammee #Shere
Ilman Walloo Rafee hin bekuu Dhugaa Sabaa isatif jechaa bonaa Aduun Ganaa Robaan dhammaa jiraa halumaa wal fakatuun Karaa Cirritiin Lolii Egalamee
Jechaa jiraan Rabiin Mirgaan ha Galchuu