Yaa Salphina OPDO! Hara’as Ummata Oromoo akkuma it rorrisiisteti jirti!

Yaa Salphina OPDO! Hara’as Ummata Oromoo akkuma it rorrisiisteti jirti!

Poolisoonni humna addaa naannoo Amaaraa daangaa Oromiyaa qaxxaamuruun Wallagga Bahaa keessatti ummata Oromoo nagayaan qe’ee ofii irraa jiraachaa jiran irratti dhukaasa banuun qe’ee fi qabeenya isaanii irraa buqqisanii jiru. Poolisoonni Oromiyaa kan Oromiyaa keessa oliif gadi fiiganii daa’immanii fi dubartoota ajjeesaa oolan san amma maal gochaa jiruu? Daangaa Oromiyaa weerartuu irraa eeguu yoo dadhabdan Jaal Marroo jalaa goraa.