Xinxaltoonni EPP yookiin Biltsiginnaa gaaffiin fiinfinnee waggaa 10tti hin deebituu jechaa jiranii baga dhugaa himte ati warri kuun kijibaan ummata bokoksaa jiraa

Xinxaltoonni EPP yookiin Biltsiginnaa gaaffiin fiinfinnee waggaa 10tti hin deebituu jechaa jiranii baga dhugaa himte ati warri kuun kijibaan ummata bokoksaa jiraa


Imala gara Awurooppaa!

Hayyu Dureen ABO Jaal Daawud Ibsaa Amajji 25/2020 biyya Sweden deemuun magaalaa Stockholm’tti uummata Oromoo waliin ni mari’atu.

Waamicha deggersa WBO Idila addunyaa damee Australia 🇦🇺.

Ruphael T Tesama


Filannoon biyyaalesa bara kana hagaya 10 akka filatamu karoorfamun boordin filannoo beksise jira paartilee mormiitota garuu filannoo Kun garaa ganna walakkati sifamun sirrii miti jedhu

Odaa Roobaa


#ብልፅግና_ብልግና_የዱርየዎች_ጥርቅም_ነው — #136

ወደድንም ጠላንም እውነቱ ይሄ ነው


(Inbox) Ginda Barat irraa
“Namni kun maqaan isaa Araarsa Mardaasa jedhama. Namni kun harkii isaa dhiiga. Har’aa garu komisheenera komishiini Oromiyaa godhani muudani. Ona Gindibaarat keessaatti. Lubbuun maatii koo qofti lubbuun nama 3 Harkaa isaatti badeera. Bara 1996 namni kun waraana TPLF Qabaate Gindibaraat keessa deemun mana iyyeesseerratti guba ture,namoota hedduu fanniisiseera .
Daba hamaa waan uummaata keenyarraatti dalageef lafichaa gara birootti jijjiiraani yeroo dheeraaf barbaachiisa turre akkaamin muudaman nutti gadi baasaani?”

Yaya Beshir


Seenaa ABO Jaal Guutama hawaas fii jaalan isaa wajjiin akkamitti wareegaman isaa jedhuuf seena jalaan qaqqaalii lubbuu isaanii ilmaan Oromootiif dabarsan vidiyoo kana irraa dhaggeettu

Roobaa Jiloo

ከ አክቲቪሲት ዳኒኤል ብርሃነ በወቅታዊ የኢትዮጵያ ፓለቲካ ዙርያ ቆይታ አድርገናል ይከታተሉን::

Tigrai Media House


OMN: የኢትዮጵያ ብሔራዊ ምርጫ ቦርድ ከባለ ድርሻ አካላት ጋር ያደረገው ውይይት part 3 ( Jan 16,2019)