If I am Dr Abiyi now I will call to Dawud Ibsa, Prof Mererra Gudina, Mr. Lidetu, and other matured

If I am Dr Abiyi now I will call to Dawud Ibsa, Prof Mererra Gudina, Mr. Lidetu, and other matured
 
political leaders including supporters and opponents and ask for honest political opinions to come out from this political crisis before Ethiopia split into three different countries( Oromoia, western part of Gojam including Agaw, Kimant, Benshangul, all southern region , Somale region, and Some parts of Wello) as one country, Amhara region as one Country and Tigray possibly with Eritrean as one country. If political situation continues as it is now for sure this will happen. Act fast before it is too late. Worshiping Minilik will never and ever brings unity in Ethiopia.

Mata duree oduu Keelloo Miidiyaa guyyaa har’aa

Keelloo: Amajji 25,2021
 
1. Oromiyaa keessatti Waraanni PP dargaggoota Oromoo ajjeesuu fi reebuu itti fufe!
2. Kibba Oromiyaa Boorana keessatti sababa hanqina Bishaaniif namaa fi beeyladoota irra miidhaan qaqqabaa jira jedhan
3. Marroo dabalataa yeroo 5ffaaf manni murtii dhimma hidhaa qondaalota ABO ilaalchisuun akka hiikaman Komishinii Polisiif xalayaa barreesse
4. “Itoophiyaan diigamaa jiraachuu hayyoonni Oromoo hedduun ibsan.
5. “Itoophiyaatti hogganoonni waraanaa bu’aa waraana dhokataan gaggeeffamee himuu qaba!” The Guardian
6. Koloneel Abiyyi Ahemad dhabamuun gaaffii kaase
7. Sudaan bakka Daarfur jedhamutti walitti bu’iinsa saba gidduun balaan qaqqabu itti fufe.
8. Naavaaliin hidhamuun Raashiyaa keessatti fincila dhoose.

Kello Media


Itoophiyaan Kuftee Sirna Gadaa Oromoo Jalatti Of Dandamachiisaa Turtee Ammas Ijibbaataa Akka Jirtu Hubadhaa.
 
Dhiittaan mirga namoomaa baroota 27f garee TPLF jalatti dhala Oromoo irratti geggeeffamaa ture Sirna Gadaa (The gada stream) jalatti dahatanii akka tahe beekamaadha.
Haaluma kanaan burjaajiin maqaa jijjiiramaatiin waggaata sadan darbaniif raawwatamaa turee fi jirus Ijoollee Abbaa Gadaa jedhanii of jechaa sirna dulloomaa dandamachiisuuf yaaliin taasisaa jiranis kanuma mirkaneessa.
 
Shira deemaa jiru kana kan hubatchuu dadhaban namootni hedduun qabsaahoota ofiin jedhan Sirna wareegama abbootii keenyaan dhabama tahe abaaruun diina gargaaruu fi Ummattoota cunqurfamoo afaan faajjessaa jiran taatee jiru sakattaahanii ilaaluun fardiidha.
 
Kanaaf Sirna Gadaa Oromoo qaamoleen hattoota warraaqsaa tahan Oromummaa dahoo godhatanii aangoorra waaruuf itti fayyadamaa jiran afshaalummaadhaan of ijaaruuf ijibbaataa jiraniif beekamtii kennuu dhiisanii Oromiyaa walabaa wabii Gaanfa Afrikaa taate lafa qabsiisuuf Sirna Gadaa Oromoo maxxanfachuun Sirna Ofii calaqqisiisuun murteessaadha.
Gadaan Gadaa Xumura Garbummaati!

የፌዴራል የተወካዮች ምክር ቤት ስብሰባ ለመጀመሪያ ጊዜ በአማራ ክልል
 
ለመሆኑ ምን እየተካሄደ ነዉ? ጠቅላይ ሚኒስትር የተባለዉም በሥራ ላይ አይታይም፣ በእሱም ቦታ ያዉ የላሊበላ አካባቢ ሰዉየ ደመቀ መኮንን ነዉ የሚታየዉ፣ አሁን ደግሞ የሕዝብ ተወካዮች ምክር ቤት ተብዬዎቹንም ጠቅልለዉ ወደ ላሊበላ ወሰዷቸዉ፤ የብልጽግና መንግሥት እየተፈረካከሰ ነዉ ወይስ በስምምነት ዋና ከተማቸዉን ወደሚያመቻቸው እያዛወሩት ነዉ? ወይ ኢትዮጵያ? ወይ መደመር? ወይ ኦሮማራ? ኢትዮጵያ አትፈርስም ባዮች በታትነዋት አረፉ
 
የፌዴራል የሕዝብ ተወካዮች ምክር ቤት ለመጀመርያ ጊዜ ከአገሪቱ ዋና ከተማ ከፍንፊኔ ዉጪ በላሊበላ ስብሰባ አካሄደ ተባለ። ለነገሩ ዋና ከተማቸዉን ወደ እዚያ ማዞራቸዉ፣ ለኦሮሞ ሕዝብና ኦሮምያ ባቄላ አለቀ ቢሉ ፈስ ቀለለ ነዉና እሰየዉ እንላለን፤ ፍንፍኔም ዞሮ ዞሮ መሆኑ ለማይቀረዉ እዉነታና የኦሮምያ እና የሌሎች ፌዴራሊስት ብሔር ብሔረሰቦች ዋና ከተማ ሆና እንድትቀጥል ከወዲሁ አመቺ ሁኔታ እንዲፈጠር በር ይከፍታልና አይመልሳቸዉ በዚያዉ ይቅሩ
 
“ጉባዔውም ሀገሪቱ ታላቅ ድል ባስመዘገበችበት ማግስት የሚካሄድ በመሆኑ ልዩ መሆኑን ጠቅሰዋል”
ታላቅ ድሉ የትኛዉ ይሆን?
ዜናዉን በዚህ ድህረ ገጽ ላይ ማንበብ ይቻላል፣ www.fanabc.com
Fadhiin Dammaqaa inni guddaan karaa qaxxamuraan MM Itoophiyaa ta’uudha!!

1 Comment

  1. Eritrea says the merchandises Ethiopians bring through the port of Assab are secured, Ethiopians should not feel as if their merchandises will be looted by Eritreans while arriving at the port of Assab , the merchandise looting which happened at the port of Assab in the 1990s was said to be carried out by the TPLF Woyanes stealing merchandises from port of Assab blaming it on Eritreans. Eritrea is not responsible for the shipments Ethiopians lost in the 1990s from the port of Assab but TPLF is.

    Also the Eritrean government stated “Now is the time for those Ethiopians who had real estate properties in Eritrea in the 1980s to show proof of ownership and take over their real estate properties back “, according to the Eritrean government the deportation order against Ethiopians which went into effect against all Ethiopians in the early 1990’s is said to be officially revoked starting 2021.

Comments are closed.