
Komee Paartilee ABO fi KFOn Dhiyeessanif Bordiin Filannoo Deebii Gama Isaa Kennee Jira
Komee Paartilee ABO fi KFOn Dhiyeessanif Bordiin Filannoo Deebii Gama Isaa Kennee Jira WAASHINGITAN, DIISII — (voaafaanoromoo)—Addi Bilisummaa Oromoo fi Kongrasiin Fedeeraala Oromoo filannootti hirmaachuuf danqaan adda addaa nu mudateera jechuun dubbachuu isaanii Jimaata darbee dhiyeessinee turre. [Read More]