Wolaloo : Yaa poolisoota Oromoo eenyuun akka loltaniif eenyuun akka loltan!

Wolaloo : Yaa poolisoota Oromoo eenyuun akka loltaniif eenyuun akka loltan!

Mee Oromoon online jirtan qofti wolaloo Artist Amaan Nyafaroo poolisoota Oromoof waamicha sabummaa dabarseef tana  qofa godhaa biraan gahaa. Yaa poolisoota Oromoo eenyuun akka loltaniif eenyuun akka loltan adds baafadhaa hadaraa Oromummaa. Oromoof dirmadhaa!

Dura dhaabbannee Falmanna Diinaan
Hanga yoomi ciifnee bara lakkoofnaa

Waallee warraaqsaa Artist Ibrahim Mohammediin