“We had to preemptively conduct the operation as lightning strike against Northern Command”

“We had to preemptively conduct the operation as lightning strike against Northern Command”

“We had to preemptively conduct the operation as lightning strike against Northern Command” – Sekoture Getachew of #TPLF, admitting for the first time that #Tigray Special Forces attacked the military base in the Region
(Courtesy of Dimtsi Woyane)


ከፍተኛ የመከላከያ ጀነራሎች መካከል ስድስቱ የኦሮሞ ተወላጆች በመንግስት ሀይሎች ታፍነው ሲወሰዱ አስራ ሶስቱ (13) ደግሞ ማምለጥ ችለዋል።
ባለፉት ሁለት አመታት ውስጥ በኦሮሚያ ላይ የተደረገውን ዘመቻዎች እና በአሁኑ ሰአት በትግራይ ክልል ላይ የተፈጸመውን ወረራ ተቃውማቹሀል በሚል ነው።
በአሁኑ ሰአት ታፍነው ከተወሰዱት ውስጥ
1. ብርጋዴል ጀነራል ተሰማ ቁምቢ ዋሪ
2. ብርጋዴል ጀነራል ተገኑ አስፋው ወጂራ
3. ኮሎኔል ያሲን ትቤሶ ገለቶ
4. ኮሎኔል ግርማ ወርቁ ሹሚ
5. ሻለቃ ደቻሳ ቦጃ
6. ኮሎኔል ጌታቸው አበራ እና ሌሎችም የታሰሩ ሲሆን
ሌሎች 13ቱ ማምለጥ ችለዋል።
| GUMMA SABAA

Dhaloota Qubee


Obbo Getaachoo Raddaa” waraanni isaanii kan Biyya Tigraay kaampii waraana Xoophiyaa Bahirdaarii fi kan Gondar jiru Misaayeliin haleeluu isaanii Tigray TV irratti ibsaniiti jiru.

Ani Uumamni kiyya adda natti fakkaata.
Humnoota Xoophiyaa Bulchan keessaa kan akka ajjeefamuu Hoogganoota Opdo nagammachiisu hin jiru. Maal jennaan mashaqqaa Oromoo fi Oromiyaaf Opdotu bu’uura jedheetin amana waantaheef.
Osoo silaa opdon qaama jabduu taatee fkn akka TPLF kana biyya keenyaa fi saba keessaa baane jedhan Oromoof gaachana tahanii balaan dilli kun nurra hin dhaqqabu ture.
anummaan kun isaan hin mormu ABOs waanin deeggaruufis hin jiraatu. Kanaaf Ajjeefamuu hoogganoota saboota warra kaanii caalaa ishee Oromoo himattu kan Opdotu garaakoo na qabbaneeysa.
Fuunduras xiyyannoon kiyya opdodha.

We’re witnessing ethnic Tigre being fired from their jobs by this mafia solely because of their ethnicity. Racism at its peak.

Wakgari K Djigsa


Jarri keenya Janaraala Abbaa Duulaaf Waamicha godhuuf maaf dagatanii?


 
 

 

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.