WBOtti duuluf dura ummata nagaa bosonatti erguu qabna jechuudhan ummata nagaa dirqiidhan gara bosonaa Oofaa jiru.

WBOtti duuluf dura ummata nagaa bosonatti erguu qabna jechuudhan ummata nagaa dirqiidhan gara bosonaa Oofaa jiru.

በከተማ ብቻ ተወስኖ የቀረዉ የአብይ ሰራዊት ከከተማ ወጥቶ WBOን ለመዋጋት ሰላማዊ ሰዎችን ከፊትለፊቱ በግዳጅ አሰልፎ እየተንቀሳቀሰ ነዉ ተባለ።
KMN:- September 20/2021
 
Duula WBO Dhabamsiisu Goona Jechuun Aanaa Bulee Horaaf Aanaa Dugda Daawwaa Jidduu Kan Jiru Bosona Magaadaa Seenuu Waan Sodaatteef Waraanni Bilxiginna Ummata Naannoo Jiraaturratti Miidhaa Reebichaa Hamaa Raawwataa Jira jedhu jiraattonni naannoo sanaa KMNif yaada qoodan. Guyyaa Ar’dhaa Jiraattota Ganda Meeddannoo Kanneen Ta’an nami 4 RIBn Qabamanii Reebicha Irratti Raawwatameen Obboo Baasurii Adulaa Yayyoo Du’aaf Jireenna Jidduu Waan Jiruuf Akka Ta’u Taasisi Qilleensarra Oolchaa jechuudhan rakkoo keessa jiran KMNiif dhaaman.
 
በጊጂ ዞን ቡሌ ሆራ እና ዱግዳ ዳዋ ወረዳ ያለዉ የአብይ ሰራዊት ከከተማው ወጥቶ የኦሮሞ ነፃነት ጦርን መፋለም ሳያቅተዉ የከተማይቱን ነዋሪዎች በግድ “ሂዱ እና ሸኔ ፈልጉ” ብለዉ እያሰማሯቸዉ እንደሆነ ነዉ ነዋሪዎች ለKMN የተናገሩት። በዚህም በግዳጅ በሚያደርጉት የማዝመት ስራ ላይ ዛሬ 4ሰዎችን ክፉኛ የደበደቡ ሲሆን አቶ ባሱሪ አዱላ በደረሰበት ድብደባ ምክንያት በሞት እና ህይወት መኃል እንደሚገኝ አረጋግጠዋል።
Join on Telegram 👇👇


TDF Victory; Control Many Areas


OMN: Conversation with William Davison, a Senior Analyst for Crisis Group

ODUU AMMEE Oduuwwan jajjaboo Oolmaa Oromiyaa fi Ethiopia Oduu BBC Guyyaa Har’aa |GAMTAA MEDIA

Tigray War News – TDF VS AMHARA REGION / ENDF / ERITREANS – 9/20/2021

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.