WBOn Uummata Baasii 3 guutuu dhabbachiise dubbisee jira.

WBOn Uummata Baasii 3 guutuu dhabbachiise dubbisee jira.

Nutii shiftaa mitii.Shiftaa 1ffaan Abiyyi fi mootummaa isaati nutii immo Oromiyaa dhuunfanne jirra jedhee itti himii. Dhumaa irratti Waaqni isiin waliin haata’u karaa nagaa deemaa jedhee eebbisee geggeessee. WBO ❤️💚❤️ ha jiraatu.

Fekadu Fayisa