WBOn Gujii Lixaa Hardhas Ganamaan itti ka’ee afuura kutaa jira INFANNOO WBO ZOONII KIBBAA

WBOn Gujii Lixaa Hardhas Ganamaan itti ka’ee afuura kutaa jira

INFANNOO WBO ZOONII KIBBAA

irree fi gaachanni Uummata Oromoo WBOn Godina Gujii lixaa Cibraan Maddaa Albuudaa Buttaa malkaa sooddaa fi baddaa magaadaa waliin ta’uun Tarkaafi Waraana PP irratti fudhatu cimsee ittifuun hardhas barii barraqan itti ganamfatee Aanaa Dugda Daawwaa Ganda dogoo dhuqqisaa iddoo addaa laga deeqqisaa jedhamutti Hardha guyy aa 30/01/2021 ganama keessa saa’atii 12:00 (local time) waraana shiftaa bilxiginnaa kan naasuu Uummataa hin qannee,kan Uummataaf osoo hin taanee paartii Bilxiginnaaf dhaabbate fi yakkaa ciiccimoo ajjeechaa dabalatee Uummata qulqulluu iratti Rawwataa ture maqaa sakkataaWBOn osoo socho’u WBOn haxxee itti hidhee nama 4 battaalatti yoo ajjeesu 7 madoon adabeera. **Lollii hanga walabummaa fi birmadummaa oromiyaa itti fufa IUOf.
Gadaan Gadaa xumura garbummaa Lolli itti fufeera odeessaa dabalataa booda walitti deebinaa.

OQM: OromiaQeerroomedia
Oromia Qeerroo Media