Site icon Kichuu

WBON akkasin Uummata Isa waliin Mari geegeesa jira

WBON akkasin Uummata Isa waliin Mari geegeesa jira

Inniis akkanan jedhaan
1 nuti fillaannoon keenya afaan qawweti .
2 waraaqaan filaachuun jarra hanga ammati nu gabrommse jira jechuun waliin dubaatan
Qurxxumiin akkasin gallaanaa keessa jiraacha jira
Hubaadhu
#BREAKING. The Oromia Liberation Front OLF said that they took over the base of the federal government of Ethiopia in wollega region.
OLF said that they have captured the Ethiopian Military Base in the Western Wallega of Oromia region, they also said that they killed many soldiers in the federal army and some of Ethiopia have captured their lives. That’s how they put their speech.
OLF is fighting with the federal army of Ethiopia and the special Oromia in Oromia region.


Waan Bilxiginnaan itti jirtu!
Akka dokumantiin Bilxiginnaa kun agarsiisutti Bilxiginnaan garee ijaartee Amantii fi Afooshaa keessa seenuun akka ergama isaanii bahan godhaa jirti. Ergamni isaanii nama amantii fakkaatanii nama basaasuu fi kan danda’an maallaqaan bitanii ummatatti garagalchuudha. Gareen kun nama amamtii fakkaatanii Masgiidaa fi charchii keessa oolu jechuudha. Gama biraatiin dokumantichi kun akka agarsiisutti odeeffannoo sobaa dabarsuu irratti bilchinaan hojjachaa hin jirru jedha. Kanaafi kan Bilxiginnaan guyyaarraa guyyaatti odeeffannoo sobaa tamsaasaa jirtuuf. Odeeffannoo sobaa tamsaasuun karoora isaanii keessatti ifatti taa’ee jira. Dokumantichi rakkoo PP’n keessa jirtus hima. Muddama hamaa keessa jiru.
Exit mobile version