WBO Zoonii Dhihaa Haleellaa Isaa Gad Jabeesse; AU Summit Rules Out

Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO) Zoonii Dhihaa Haleellaa Isaa Gad Jabeesse

Bitootessa 18, 2018

ሰበር ዜና!
African Union Summit rules out Addis Ababa because of Security Reasons!
አፍሪካ ሕብረት የመሪዎች ጉባኤ አዲስ አበባ አያደርግም!
ሕብረቱ እየተባባሰ የመጣው ቀውስ አሳስቦኛል ብሏል!

የአፍሪካ አንድነት የመሪዎች ጉባኤን በፀጥታ ምክንያት አዲስ አበባ ማድረግ እንደማይችሉ የአፍሪካ ሕብረት ባለስልጣናት አሳውቀዋል። በህዝባዊ አመፅ ተንጠው መቋቋም ያልቻሉት ወያኔዎች የሕብረቱ ዜና መርዶ ሆኖባቸዋል። ይህን ጉዳይ ለማስቀልበስ እየጣሩ ቢሆንም ሕብረቱ የፀጥታው ሁኔታ ከጊዜ ጊዜ ስለተባባሰ ወራት የቀሩትን የመሪዎች ጉባኤ ሌላ ሃገር መርጠው ለማዘጋጀት መወሰናቸውን የዲፕሎማቲክ ምንጮች አስታውቀዋል። 31ኛው ልዩ የአፍሪካ ሕብረት የመሪዎች ጉባኤ ሰኔ/ሃምሌ ውስጥ የሞሪታኒያ ከተማ የሆነችው ኑአክቾት ውስጥ እንዲሆን ወስነዋል።
The dates and Venue of the 31st Ordinary Session of the Assembly of the African Union, the Assembly confirmed that the dates of the Thirty-First Ordinary Session of the Assembly which will be held June/July 2018 in Nouakchott, Mauritania.

Muluneh Yohannes
A.K.A ( AsnakewAbebe )


Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Dhihaa Haleellaa Isaa Gad Jabeesse

[SQ, bitootessa 18,2018] Gaachanni uummata Oromoo WBO’n tarkaanfii diinarratti fudhatu gadjabeesse jiraachuu Qeerroon onicharraa nuu gabaasan. Akka gabaasaa keenyaatti “guyyaa har’aa jechuun Bitootessa 18, 2018 ganama har’aa WBO agaazii oraalii 2 Gidaamiifi Begii gidduu bakka Laaloo jedhamutti barbadeesse. Waraanni agaazii lakkoofsaan hanga ammaa addaan bahamee lakkoofsaan hanga ammaa baruu baatus, waraanni konkolaataarra turte tokkoyyuu kan hinbaane ta’uuf konkolaataa oraaliin tokko gubatee dhumuuf tokkoommoo hojiin ala ta’ee dhaabbateera” jechuun sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoof gabaasan