WBO Salaalee Qabate TPLF Lola itii fufu Qeerroon ppn ajefamu kuno!!

ODUU Hatattama WBO Salaalee Qabate TPLF Lola itii fufu Qeerroon ppn ajefamu kuno Moha Oromo


Ilmi namaa qooda argachuu qabu inuma argataa quba qabaadhu
See Translation
 
ODUU fi Odeefannoo ijoo Hospitaalli Fiichee erga Yuunvarsitii Salaalee jala galfamee

ODUU fi Odeessaalee ijoo Ummata Oromoo fi Mil’uu Tibbanaa Geggeessitoota siyaasaa Oromoo fi dubbii


“የነበረው “
Kan ture jechuun keessan sirrii dha!
Gollichaa Dengee! Obsuu dadhabdee yeroo dhumeratti dogoggora seenaa kee fi iffaajjii qabsoo keetii kan bara dheera biyyoo jala dibde! Oromoon goota heddu qaba. Warra dursee dadhabaa ta’uu kee baree si boqochiise faa!
 
Garuu waan tokko nuuf mirkaneessite!!! WBO siin ajajamuu akka hin mallee fi murtiin sirratti fudhatame sirrii ta’uu isaa ti. Yaa obboleessa koo namni kaayyoof manaa bahe mufatus qabsoo lubbuu itti kennuuf manaa baheen OPDO ti hin gurguratu! Oofdkali akkan siin hin jenne OPDO bira safuu fi oofkaltiin hin jirtu! Namni Oromoo ganeef akka hin dabarreef Abiyyi falleenya dhihoo ti. Jiruu irraa barattee nama hin fixin ta’uu keetti osoo hin taane OLA oogganaa turuu keettan gadde! Ati Oromoof armaan booda reeffa buul’a kute nagayaan! OPDO’ sirraa galabaa haa taatu!
Fraol Balcha


Ayii nu’i????????????? Nan gadda hoomaa jechuu hin danda’u!!!!!!?

Safuu-Nafiisaa-Abdulhakim-New Ethiopian Oromo Music 2021(Official Video)

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.