WBO: Riqicha Walabummaa Oromiyaa fi Bilisummaa Saba Oromooti.

WBO: Riqicha Walabummaa Oromiyaa fi Bilisummaa Saba Oromooti.

Injifannoo Boonsaan Goolabnee jirra!!
Irreecha har’aa dhiigan irreeffannee jirra!!
Lola sa’a 1:20 eegalamee, Sa’a 8:00 booda madoo ishee guurrattee deemte….
Godina Qellam Wallaggaa Ganda Burii Maariyaam jedhamutti humna diinaa 43 waliin WBOn lola jabaa gaggeessan. Humna diinaa irraa 19 gaafa du’aan adabamtu, kaan madooftee humna dabalataa waammatte. Erga humna dabalataa waammattees WBO bakkaa siqsuu hin dadeenye. Marsaa 2ffaaf Gidaamii irraa humna dabalataa gaafattee utuu gara lolaatti fiigaa jirtuu bakka Garjeeda 85 jedhamutti Oraaliin galagalee mulluu taatee deebite. Isheen asii dirmattee dhuftees madooshee guurrattee ofirra deebi’aa jirti. Essaan galti kan jedhuuf ammas gaaffii keessa jirti.
WBOn dhiigaan irreeffatee jira, Injifannoo boonsaan galmaa’ee jira.
Oddessaa Sanyii tufaa munaa irraa
Mame Teshome


WBO: Riqicha Walabummaa Oromiyaa fi Bilisummaa Saba Oromooti.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.