Dafii koottu yaa WBO Koo! Simannaa qabsaawota hidhaa bahan kanneen akka eng.. masfin abbabaa abdiisaa, kaffaaloo Tafarraa jajjabee

Dafii koottu yaa WBO Koo! Simannaa qabsaawota hidhaa bahan kanneen akka eng.. masfin abbabaa abdiisaa, kaffaaloo Tafarraa jajjabee Muhammad ammee siifan caalaa fi sabboontota hedduuf Qeerroon #amboo taasiseedha.

God Bless Oromia!!!


Jijjiirama Itiyoophiyaa keessatti dhufaa jiruuf hunduu tumsuu akka qabu dhaamame.
Hayyootaa Keenya Dr Etana Habte Prof Mihretu Shanko

OMN: GRD – Adeemsa Cehumsa Siyaasaa Itoophiyaa (LIVE) Wax 19, 2018