Wayyaaneen Siyaasa qofaan miti dinagdee biyya sanaas mataarra jirti; Baankii Daldala Xoophiyaaf eenyu lafee dugdaati? kunoo....
via: Beekan G Erena
WANTI GODHAME GAARIIDHA . GARUU,
MIRGA QOQOSHORAMAAN HIN DAGAMNU !
QABSOON ITTI FUFA !
==================================
Mana barumsa sad.1ffaa miti guutuun biyyaatuu teenya !
Kan Wareegame ni faarsita
Kan lubbuun jiru ni hiraarsita !
Dr.Maraaraa, Obbo.Baqqalaa fi Sabboontota hiraarsaa jirtan gadi lakkisaa !
It’s my opinion abbaan feetan gidaaratti bu’aa!
via: Hamza Wariyo