Gabaasaqeerroo: “Basaasstonni wayyaanee lammaa magarsaa fi Abiyyi Ajjeesuuf Yaalanii Turan To’annaa Poolisii Oromiyaa Jala Oolan
“በጌታቸው አስፋ ተልከው በሁለት ከፍተኛ የኦሮሚያ ባለስልጣኖች ላይ ጥቃት ለመፈፀም ሲንቀሳቀሱ የነበሩ ነብሰ ገዳዮች በኦሮሚያ ፖሊሶች ተይዘው ምርምራ እየተደረገባቸው ነው።
Getachoo Asaffaan ergamanii hogganoota Ol-aannoo MNO lamaarratti , isaanii midhaa geessisuuf socho’aa turan jagnoota polisii Oromiyaan qabamanii qorannoon irratti haggeefamaa jira.”

Godina I/A/Boor Magaalaa Mattuutti har’a (10/04/2010) barattootni manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa magaalicha keessa jiran 2 fi manneen barnootaa sadrkaa 1ffaa irraa walitti baba’an hiriira bahuun namoota sababa walitti bu’insa Oromoo fi Somaalota gidduutti uumameen miidhamaniif gadda ibsatan.
OBN:ODUU DEC 19,2017
Kunis jira jettaniiree?
TAAJJABBII-Breaking News-New Documentary is coming!-Wayyaaneen bifa kanaanis dhufaa jirti-Dammaquun bayeessa!!
TPLF must get the lesson from Rwanda 1994 that harming Lamma Magarsa means opening the gate of hell for Tigres in Ethiopia!