Oduu ammee! Humni makkalaakayaa Wayyaanee ilmaan Oromoo lammiilee isaanii

Oduu ammee! Humni makkalaakayaa Wayyaanee ilmaan Oromoo lammiilee isaanii buqqa’an dubbisuuf amna irra jira doorsisaa fi karaa itti cufaa jira. Jilli Jimma irraa ka’e akka Harar hin seenne danqamee Dhangaggoo dhaabatee jira.
==========
“Dhagaggoorra wolgeenyee dhaabbataarra. bulchaa magaalaa harartu makkalaakiyaan isin hidabarsu waan taheef Dirre dhawaa deemaa nuun jedhaa jiru”

Via: Yaya Beshir

Jilli Jimmaa sun magaalaa Karra-Milillee gahee jira.


“Jilli Qeerroo Hasaasaa
Manguddoota
Barattoota
Barsiisota
Akkasuma Bulchaa Hasaas 
Qaamolee Aanaa San jalatti argaman heddu woliin deeggarsa lammii keenna Abdi Illeen buqqaafamaniifi geessuu akkasuma ijaan arginee jajjabeessu qabna jedhanii kaleessa Galgala imala eegalan Amma Calqoo gahaniiru


Finfinneen akka foolii Oromoo ulattee urgooftuuf gootota akkasii kana kumoota hedduun nu barbaachisa. Sabboontonni Boolee kun gootota kooti!



Update – Baale, Daawwee Sarar
“Guyyaa Hardhaa Sa’atii jaharraa Eegalee weerara Liyyuu Poolisii Ummata Keennarratti Bante Akka Itti Fufetti Jira. Yeroo Ammaa Kana Karaa Jahaan Lolli Ka Walitti Jiru Tahuu Hubatameera. Ummanni Oromoo Birmatuufii Qaba.”

GURSUM – guyyaa har’aa 
Ilman Oromoo gaafa rakkoo akkasitti dhiiga isaanii ulfina Oromiyaa fi ummata isaaniif lolaasan. Dhiigni keessan lola’ee hin hafu!

Qeerroowaan Gursumitti dhayaman keessaa kan Harar geeffaman