Warri Seenaa Namaa Mulqitan Jawar Mohammed Dhageeyfadhaa Yeroo Gameessa Seenaa Jaarraa Abbaa Gadaa Dubbatu.

Warri Seenaa Namaa Mulqitan Jawar Mohammed Dhageeyfadhaa Yeroo

Gameessa Seenaa Jaarraa Abbaa Gadaa Dubbatu.


OMN: Kora Nagaa fi Tokkummaa Hordoftoota Amantaalee Kiristaanaa fi Isilaamaa Ciroo (Amajjii 09, 2020)


WBO Foolisii Oromiyaatti dabalame har’a Harargetti ajjeesan

Miseensa WBO mooraa Eertiraa irraa barana biyya galee, Leenjii fudhatee Foolisii Oromiyaatti dabalame har’a Cirootti waraanni mootummaa rasaasaan ajjeese. Sababaan barataa rasaasaan dhahi jennaan dide jedhan.

Foolisiin WBO ture kun dhalootaan Hararge Galamsoo ta’uu himan.
VIA ONN