#Warraaqsi Barattoota Oromoon Eegaleera!

#Warraaqsi Barattoota Oromoon Eegaleera!
11/3/2021 #Naqamtee Mana Baruumsaa Dargeetti Barattoonni Qophaahinaa Qormaata Biyyoolessaa irraa ba’uun Fincila eegalan!


Wayyanneen #Juntaa, Terriorist jechaa turan. Gaafa isheen qaban immoo ሰብር ዜና… jedhani Oduun Gurraa nu duucha turan. Hardhaas akkuma dheengadda sana Oduu Amme Addee Keeriyaa Ibraahiim Mirgaa Waabitiin mana hidhaa irra hikamtee jirti nuun jedhan. Hoggantooni Oromoo Ergaa hidhaman ji’a 8 guutee. Hoggantoota, Oromoo keesssa Lammii Beenyaa fi waahilooni isaa ergaa Mirgii Waabii egameef ji’a Sadii ol darbarsanii jiran, Hanga ammatti gadi hin lakkifamnee. Garee TPLF warraa dheengadda qaban gadi lakkisaa jiru…Xoophiyaa fi Oromoo….???

Oromia Geda