Warr alagaa jabaa keeyna bareechanitii beeku !! Gaazexeessaa Mallas Dirbisaa baga dhalatte!

Warr alagaa jabaa keeyna bareechanitii beeku !! Gaazexeessaa Mallas Dirbisaa baga dhalatte!

Gaazexeessaa Mallas Dirbisaa baga dhalatte!
Badii tokko malee Oromummaa, sabboonummaa fi Ogummaa keef hidhamte.
Journalism is not a crime #CPJ
Abshir ni bariitii #Mallasaa Dirribsaa.
Dhiheenya kana Dukkana diinaa keessa teessee guyyaa dhaloota ilmi kee kansje. Har’a moo kan kee!
Mallee ati Goota! Ati saboonadha. Ati Gaazexeessaa dhugaa ti . Dabballee karaarraa itti Gore miti.
Silas Dinni diinuma!
HBD mallee!!