Waraanni Bilisummaa Oromoo Kora gaggeeffachuun hoggana waloo filachuu ibse.

Waraanni Bilisummaa Oromoo Kora gaggeeffachuun hoggana waloo filachuu ibse.

Ibsi Waraana Bilisummaa Oromoo irraa bahe akka ibsutti Jaal Marroo Dirribaa Ajaja Olaanaa WBO ta’uun filame.
Guutummaan ibsichaa kunoo ti.❤️💚❤️