Guyyaa Hardhaa 1/4/2020 Waraani Ethiopia Fi kenya Dangaa Gubbaati Moyyaale irratti Dhukaasa walitti banan.
Haga Ammaatti gama lamaaniyyuu Miidhaan ga’e adda hin baane. Sbabbiin walitti bu’iinsa Kanaa Akkuma kaleessa post godhe Mootummaan kenya Dhukkuba Koroonaa lammii isaa irraa ittisuuf Daangaa Ethipia waliin gabu Doozariin qotee Sochii ummataa dhaabuf ture. Ethiopian Kana Morumuudha Akka hin qonne dhaabsisuuf yaallan Lolli kun jalqabe.haga Ammaatti gama Kenyati namni tokko mada’e jedhamaa Baldhina oduu kanaaf walitti deebina
Ethiopian gunmen open fire on Kenyan workers in Moyale https://t.co/FyZyz3Rp0W pic.twitter.com/kWLfuHj5ra
— Kichuu (@kichuu24) April 1, 2020
Kenya Army Engineers Brigade Combat Smuggling Ring & Militia Along Border with Ethiopia https://t.co/MmU2MtY68O pic.twitter.com/3pYzJ3e4oa
— Kichuu (@kichuu24) April 1, 2020
BREAKING: Kenya Confirms 22 new cases of Coronavirus.#CoronaVirusUpdates pic.twitter.com/GSNyW8XcYs
— KTN News Alerts (@KTNNewsKE) April 1, 2020