Injifannoo Gooticha waraana Oromoo WBO
“Amajjji 18/2019 VIVA WBOn zoonii kibbaa godina gujii naannoo#gubbaa #magaadaa jedhamutti RIB daaraa godhee jira”
Itti muddi
#HIDHAA_QOFAA mitii TAANKIINIS haa duulan. FINFINNEF OROMIYAA irraayis luka tokkoo hin fuunu.
Biyyaaf biyyoo keenya irratti .
WBO kan LOLAANII jiru, ILMAAN DIINAA ,SABOOTA JIBBAA OROMOO qaban kaneen maqaa MISEENSOTA RAAYYAA ITTISA BIYYAA jechuun walitti qabamaniidha.
Kanneen immoo WBO haala fedheen keessumesuus danda’a.
TUQAAn WBO OROMOOTA HUNDA DHUKKUBSA.
Leencaa koo Dhiraa dhugaaf dhabatu Jaal #marroo Ajajaa waraana bilisummaa Oromoo zooni lixaa
“Hanga ammaatti waraana Bilisummaa Oromoo qabuuf meeshaa irraa hiikuu mitii, qalaa’aa WBO’n dhukaaseeyyuu lafaa hinkaafne”
“Akkuma budaa baaqelaa rasasaa gidduu naguma bahaa jirra!” Jedhan ajajaan WBO Zoonii dhihaa Jaal Marroon dhaamsa dabarsaniin.”Hanga ammaatti waraana Bilisummaa Oromoo qabuuf meeshaa irraa hiikuu mitii, qalaa’aa WBO’n dhukaaseeyyuu lafaa hinkaafne”
“Akkuma budaa baaqelaa rasasaa gidduu naguma bahaa jirra!” Jedhan ajajaan WBO Zoonii dhihaa Jaal Marroon dhaamsa dabarsaniin.
Adem Misoma
Dararaan Ummata Wallaggaati hammatera.
ODP araara Abboota gadaa gufachiisuuf Tattaaffii gocha jiruu.