Sagalee Qeerroo:Waraana mootummaan Itoophiyaa uummata Oromoo irratti bane jabaatee itti fufuun Kibba Oromiyaa Magaalaa Moyyaaleefi Baha Oromiyaa Aanaa Cinaaksanitti miidhaan ulfaataan uummata Oromoorra ga’aa jira.

ONN  : Sagalee QEERROO Muddee 15 2018 – Waraana mootummaan Itoophiyaa uummata Oromoo irratti bane jabaatee itti fufuun Kibba Oromiyaa Magaalaa Moyyaaleefi Baha Oromiyaa Aanaa Cinaaksanitti miidhaan ulfaataan uummata Oromoorra ga’aa jira.

| Kibba Baha Oromiyaa Godina Baaleetti mootummaan waraana Raayyaa Ittisa Biyyaa bobbaasuu isaatiin uummanni yaaddoo keessa jira. | “Kaleessas ta’e har’a, nageenyi uummata keenyaa hongaa’uu caalaa wanti nu mufachiisu hin jiru” jechuun Qeerroon Bilisummaa Oromoo ibsa baase.