Dhagahuun Dirqamma: Wanta Hawaasnii Keenya Gammojjii Baalee Aana Sawweena Ganda Qunnii Keessaa jiru beeku barbaadu Taanan Turtii Ustaaz Kaamil Shamsuu fi Sheekh Jamaal Alliyyii Haawwani keenya wajjiin taasisan Qaama Qalbiin dhagahaa ergaa kana woliif dabarsaa .
Aaahh Harmee koo
Deesse koo
Lubbuun koo fidaa Keessan Haa Taatu
ONN: Dhaabbanni Tumsa Dimokraasii fi Bilisummaa Ummattota Ethiopia (PAFD) ibsa Amajjii 25/2018 baaseen ajjechaa Waldayatti raawwatamaa jiru balaaleffate . Amajjii 26/2018
Sirna kabajaa Guyyaa WBO Giddugala Moraa Leenjii ABOtti. AMAJJII 2018
SAGALEE QEERROO AMAJJII 26 2018
#Tokkuma– Kun wallee warraaqsaa Muluu Baqqalaa ti.