#Walloo ውሎ! #Alert! Yeroo ammaa kana humni addaa naannoo Amaaraa mana Oromoo qofa filee gubaa jira

#Walloo_ውሎ! #Alert

Yeroo ammaa kana humni addaa naannoo Amaaraa mana Oromoo qofa filee gubaa jira.

Humni kun kallattii afuriin lola kan banan yammuu ta’u yeroo Raayyaan ittisa biyyaa gara kallattii kaanii deeme isaan manaa fi qabeenya Oromoo kan argan mara barbadeessaa jiraachuun ibsame. Humni kun Magaalaa Haxaayyee erga akka hin jirre godheen booda guyyaa har’aa gara Kaarra qoretti fuula isaa deebisuun barbadeessaa jira. Yaa Rabbi nuttin cal’isin!
የአማራ ልዩ ኃይል የኦሮሞ ቤቶችን ብቻ እየመረጠ በእሳት እያቃጠለ ይገኛል። ይህ ኃይል በአረቱም አቅጣጫ ጥቃት የከፈተ ስሆን መከላከያ ሰራዊት ወደ ኣንዱ አቅጣጫ ስሄድ እነሱ ያገኙትን የኦሮሞ ቤቶች ሙሉበሙሉ እያወደሙ መሆኑ ተገለፀ። ይህ ኃይል ሀጣዬ ከተማን እንዳልነበረ ካረገ በኋላ ዛሬ ፍፊቱን ወድ ካራ ቆሬ አዞሯል። አላህ ሆይ ለወሎ ኦሮሞ ድረስላቸው!

Waraanni leellistoota Minilik lakkoofsan guddaa tahe Walloo, jiraattota aanaa Jiillee Dhummuugaa irratti ganama kana lola banee jira. Gama biraatiin qabsoon uummata Qimaanti cimee eda halkanis kaampii waraanaa leellistoota Minilik Geddu Gala Gondar jiru irratti haleellaa qaqqabern loltoonni 50 caalan ajjeefamuu gabaafamaa jira.


Naannoo Amaaraa Magaalaa Gojjaamitti mormiin ummata Bilxiginnaa irratti dhooheera..!! Bilxiginnaan Amaaraa ummata Amaaraa bakka hin buutu jachaa jiru..!! Gojjaamitti Daandiin cufamee mormiin guddaan gaggeeffamaa jiraachuun beekkameera..!!
Yeroon Abiyyi mataan dhukkubu amma..! RIB’n dargaggoonni mormii irra jiran keessa namni tokko miidhamuun isaa beekkameera..!!
Rabbi walitti kaasi haqa ummata nagaa keenya Walloo baasi…!!

ODUU ADDAA: Namoonni 7 Lola Walloo Irratti Nurraa Wareegamuu fi Lollim moo Cimee Itti Fufuu

Oduu Ebla 17, 2021

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.