Wallagga Lixaa, Gimbii Waajjirri pp barbadeeffamaa jira.

Wallagga Lixaa, Gimbii
Waajjirri pp barbadeeffamaa jira. Caasaa fi waajjira pp haxaawanii balleessuudha.


Galmii keenya inni Xumuraa Hiree keenya murteeffanne Oromiyaa harkaa dhibba harkaa keenyatti galfaachudha. Karaa fedhee hundaan yaallee Oromiyaa harkatti galfaachu qabna. Kanaan alaa Oromoon marii Abiy waliin godhuun qabu. Ormii barcumaa siin tolchuu ofiif tolfaate of kabaachisifta.
Dr. Etana Habte

Protest in Washington DC against PM Abiy Ahmed and conflict in #Tigray


Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.