Walisoo: Miseensonni WBO waamichaan galanii fi..

Walisoo:Miseensonni WBO waamichaan galanii fi qeerroon magaalaa Walisoo yeroo ammaa mariirra jiru.
WBO


OMN: Taatee Xoollayii fi halaa qabiinsa WBO leenjiirra jiranii (Eebla 16, 2019)


Qeerroo ni walaleessa
GGO: Ebla 15


OMN: Miidhaa mooraa leenjii Xoollaayitti miseensota WBOrra gahe ilaalchisee ergaa Abbootii Gadaa.


Ciroo: WBO kan gale waamicha Abbootii Gadaa fi waamicha saba isaa kabajeetuu malee dharraa summii keessanii qabaatee miti .qeerroo magaalaa Ciroo.

Vivaaaaaa Qeerroo #Cirootti hiriirri mormii geggeeffamaa jira!.

Eebla 16/2019] Baha: Oromiyaa #Godina_Harargee_Lixaa_magaalaa_Cirootti gocha #mootummaan_Itoophiyaa fi OPDOn #uummata_Oromoo irratti raawwataa jiran balaaleffachuun hiriira ba’anii Sagalee mormii dhageessisan.

Qabiyeen hiriira kanaas:

#WBO mooraa Xoollay jiran summii nyaachifamuu isaanii balaaleffachuu,
– Komand poostii Lixa Oromiyaa fi Kibba Oromiyaatti labsamee jiru balaaleffachuu,
– OPDOn daba uummata Oromoo irratti raawwataa jiru akka dhaabu fi kkf irratti sagalee isaanii dhageessisaniiru.

Oromia Qeerroo Media

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.