Walgahii bulchiinsa lammaa magarsaa waliin magaalaa dirree dhawaatti hordofaaq eerroo waliin

Walgahii bulchiinsa lammaa magarsaa waliin magaalaa dirree dhawaatti hordofaaq eerroo waliin

Aamir Sho 

1. Rakkooleen Jijjiirama Oromiyaa maali?
2. Rakkooleen ODP hoo?
3. Maaltu tolee maaltu badee?
4. Haa mari’annu. Request keessan ergaa


#Dhimma_Ariifachiisaa Hiraarfamaa Gidiraa Uummata Oromoo
#Beenishaangul_Gumuuz
Waan addaati beenishaangul gumuz keessatti taateen raawwatamaa jiru. quba nama nyaachisa
#Hubadhaa_Waan_Dinqii
Hanga mootummaan biyya bulchu jirutti akkamitti namoonni dhuunfaa #Dirree_Waraanaa ijaarani leenjii itti kennuu? Inni akkuma jirutti ta’ee humni ittisa biyyaa nageenya uummataa eeguuf godinoota beenishangul gumuzitti bobba’e akka waan nagaa buuseetti naannoolee sana keessa godaaneera. #onkoloolessa_29_2_2011gaafa guyyaa kamisaas beenishaangul gumuz keessaa magaalaa #Yaasoo keessatti lammiileen oromoo jilmaan bakka tokkotti ajjeefamanii gubamaniru. Mooraan leenjii waraana dabalataa amma illee ifatti baheera fknf duraan #Tongoo qofaatu ifatti bahe amma garuu godina #kamashii irra bakka #Tulluu_Jalloo yookan #Jello_Terara bakka jedhamutti leenjiin waraana kennama akka jiru ifatti baheera. uummanni keenya buqqifamuu irra gara ajjeefamutti sadarkaan isaanii jijjiramee jira. amma godaansisuun hafeera ajjeesuu yookan fayyaatti kineessuudha. Kanaaf mootummaan naannoo #Sadeet(8) qofaa bulchaa? kan jedhu ammallee gaaffii kooti

Chali Ensermu Beyene


Eeggannoo Jabaa!.
Humnooti hidhnnoo guutuu qaban, Oromiyaa gama bahaatti bobbaafamaa jiru;humnooti kunneen manneen ummataa gubaa jiru; qabeenyas saamaa jiru.
EEGGANNOO!

Dhábasá Wakjira Gemelal

Amin Jundi Galatoomi .hayyuu dhuga
Ergaa Cimaa.
Tokkummaan kan ummataati malee kan dhaabaatii miti, Tokkummaa dhaabaatu nuuf hafa malee ummanni Oromoo Tokkuma.

FBC (Fana Broadcasting Corporate S.C.)


Ibsa Ministeera Nageenyaa
OBN Onk 30, 2011 – Sadarkaa biyyaalessaatti duulli nagaa ni eegalama jedhan Ministirri nageenyaa Aadde Mufariyaat Kaamil. Ministeerichi ergama ittiin hundaa’e milkeessuuf sochii eegaluusaa miidiyaaf ibsa kennan.