OMN: WBO fi Poolisii Oromiyaa (Sad.12, 2018)-Waggaa 13ffaa FDG fi FXG Giincii

OMN: WBO fi Poolisii Oromiyaa (Sad.12, 2018)-Waggaa 13ffaa FDG fi FXG Giincii

Jirttuu ijollee oromo jirttuu ijollee wbo

OMN: Barnoota Qubee Afaan Oromoo Finfinneetti Gaheessotaaf (Sad. 12, 2018)


SBO – SADAASA 12,2018) Fincilli Diddaa Gabrummaa waggaa 13ffaan akkasumas warraaqsa Oromoof bakka fincilli bifa haaraan itti dhohe magaalaa Giinciitti kabajamaa jira. Bakka bu’ootni ABO miseensotni Shanee Gumii ABO J/Toleeraa Adabaa, J/Ibsaa Nagawoo, J/Atoomsaa Kumsaa fi kanneen biroo irraa qooda fudhataa jiran.

Dhaadannoo barattootni/Qeerroon sirna kana irraa qooda fudhatan dhageessisaa jiran:

ABOn Abbaa Biyyaa ti!
WBOn Abbaa Biyyaa ti!
Qeerroon Abbaa Biyyaa ti!
Jajjabeen Abbaa Biyyaa ti kan jedhuu fi kkf dhageessisaa jiran.

Musa Adem


Waggaa 13ffaa FDG fi FXG Giincii