Waanti hunduu wal mooksuuf yoo ta’e boruuf gaarii miti.

Waanti hunduu wal mooksuuf yoo ta’e boruuf gaarii miti.

Haalli siyaasa biyya kana shiraa fi xaxaarratti hunda’uun isaa ifa ba’aa jira kan kaleessaa dhiifama argachuuf isa har’a gamnaaf qaroon nu qofa jettan lafa ka’uu wayya Uummanni gowwaa miti obsa fixannaan gaarii hin ta’u Ibsa hin fixachiisiinaa
Humni qawwee biyya kamiifuu gaarii hin goonee qawweerra marii natu caalarra nutu isa.jedhu nuuf wayya lafa Oromoo maallaqa qofaaf gurgurtanii seenaa hin hadheessinaa qabeenyarra nama hirachuu wayya

Gurmeessaa Ayyaanoo