“Waan nama gaddisiisu daa’ imman homaa hin beekne ni mindeffamtu jechuun maatii dhoksanii waraanatti guuraa jiru .
Gandi tokko tokko dirqama nama 15 akka dhiyeessu dirqisiisaa jiru . Namni guddaa gara dullumaatti deeme illee ni deema . Hadaraa sagalee qabdaniin uumata nuu gorsa . Lola faayidaa hin qabneen akka hin dhumne.Shawaa lixaa irraa”
Dejene Gutema
እንግዲህ ምን ትሁን አህያይቱ?!