Waamicha waliga’ii Qeerroo Bilisummaa Amboo Irraa !! Guyyaa Dilbataa 5/4/2012 Ganama sa’a 4:00 irraa calqabee steduem Amboo irratti sagantaan guddaa ABO qopheessee jira .

Above Single Post

Waamicha waliga’ii Qeerroo Bilisummaa Amboo Irraa !!Guyyaa Dilbataa 5/4/2012 Ganama sa’a 4:00 irraa calqabee steduem Amboo irratti sagantaan guddaa ABO qopheessee jira .

Dábessá Gemelal


Sagantaa eebbifama dhiiga qaalii ilmaan Gootota oromoo fi Qeerroo itti wareegameen Injifannoo dhufeen kunoo ifatti Qabsa’oonni oromoo fi uummanni marti mara’achuuf jiru.
aal Daawud Ibsaa dabalatee prof.Mararaa ,G/Kamal Galchuu
Hooggantoonni Jaarmolee Addaa Addaa sagantaa kana irratti Ni argamu.
Haarsaa firii dhiiga Qeerroo steduem Amboo irratti gaggeeffamu kana Qeerroon Lixa shawaa irraa Hin hafnuun waadaa Ni galla.
Qeerroo fi qarreen…
#Qeerroo Bakkoo
#Qeerroo Iluu Galaan
#Qeerroo Calliyaa
#Qeerroo Midaa Qanyii
#Qeerroo Baabbichaa
#Qeerroo Gudar
#Qeerroo Amboo
#Qeerroo Dirree incinnii
#Qeerroo Jibaat
#Qeerroo Noonnoo
#Qeerroo Giincii
#Qeerroo Jalduu
#Qeerroo Gindoo
#Qeerroo Ijersa Lafoo
#Qeerroo Ejeree
#Qeerroo Hoolotaa
#Qeerroo Ada’aa Bargaa
#Qeerroo Meettaa
#Qeerroo Burraayyuu
#Qeerroo Finfinnee fi Nannoo ishii akka irraa Hin hafne Qeerroowwan Amboo waamicha isinii dhiyeesaniiru.
Garbummaa hundeen buqqifna.Yoo dadhabne ilmaan itti guddifna.(Gen ,Weko Gutu).
Ilmaantu itti Guddate.
Garbummaa kana booda ilmaan keenyatti Hin dabarsinu !!
Yaroo isaatu gahe.
Ilmaantu Yaroo dhi’ootti
Garbummaa hundeen buqqisee
Bilisummaa oromoo labsata !!

Below Single Post