Waamicha Marii Hawaasa Oromoo biyyoota gidduu gala Awurooppaa keessaa jiraataan hundaaf

Waamicha Marii Hawaasa Oromoo biyyoota gidduu gala Awurooppaa keessaa jiraataan hundaaf ! Hayyu Duree ABO Jaal Daawud Ibsaa waliin dhimma Oromoo irratti mariihanna

Waamicha Marii Hawaasa Oromoo biyyoota gidduu gala Awurooppaa keessaa jiraataan hundaaf ! Hayyu Duree ABO Jaal Daawud Ibsaa waliin dhimma Oromoo irratti mariihanna:

Miseensoota, Deggertoota fi Hawaasa Oromoo waliin marii geggeessu waan taéef, sagantaa kana irraatti argamtaanii dhimma biyyaa keenya Oromiyaa fi sabaa keenya oromoo irraatti akka maiihanuu kabajaan isiin affeerra. Akkasuma Artistoota beekamoo fi jaalatamoon isiin bashannasisuuf qophiin xummurameera.

Hubachiisa: Teessoon walgaíi kanaan dura facaaée
turee yeroo keenyaa waliin walii simaachuu waan
hin dandeenyeef Bamberg irraa gara Heroldsbach
jijjiramuu kabajaan isiin beeksifna.
Guyyaa: 02.02.2020
Yeroo: 12:00 – 20:00 waaree booda
Teessoon walgahii:
Hirtenbachhalle Heroldsbach
SchloBstrasse 28
91336 Heroldsbach, Germany
Odeeffannoo Dabalataaf: 4917623748871
Mohammad Ahmed fi 4915214235264 Abbaas Khadir