Waajjirri Minisitira Haqaa Maalii Mormitootan Gubate

Waajjirri Minisitira Haqaa Maalii Mormitootan Gubate

Kunis Kibxata kaleessaa humnoonni waraanaa pirezdaantii biyyattii Ibraahim Bowubakaa fi muummee ministiraa Bowubowu Kissee to’annaa jala erga oolchanii booda.
Loltoonni dura mana pireezdant Ibraahim marsanii, hooggantoota lamaanuu to’annaa jala oolchanii gara kaampii waraanaa fudhachuun ibsameera. #voasocial