Waajjirri Adda Bilisummaa Oromoo Godina Wallagga Bahaa magaalaa Naqamteetti bifa ho’aan eebbifame.

Waajjirri Adda Bilisummaa Oromoo Godina Wallagga Bahaa magaalaa Naqamteetti bifa ho’aan eebbifame.
Waajjirri Adda Bilisummaa Oromoo kan godina Wallagga Bahaa magaalaa Naqamteetti banamee ifatti eebbifamee hojii eegaleera. Sirna eebba waajjira ABO kanarratti miseensi Shanee Gumii-Gumii
Sabaa ABO jaal Gaashuu Lammeessaa argamaniiru. Akkasumas jaarsoliin biyyaa fi hawaansi magaalaa Naqamtee hedduminaan argamanii waajjira ABO kana eebbaan bananiiru.

Dhamsaa DR/Abiyi Ahamed
Jaarmiyaalee siyaasaa maqaa oromoottiin Qabsoo Geggeessa Jiraniif

Hangaa darbee malee maqaa oromoottiin Daldaluun hin jiruu

Wayii ilmaan oromoo Akkanaattii itti Taphataa jiraana ummaanii somalee
የቀድሞ የኦሮሚያ ፕሬዝዳንት አቶ ሀሰን አሊ ስለ ኢትዮጵያ ባንዲራ ከተናገሩት