Waajjirri ABO Finfinnee, Gullalleetti Waggaa 26 Booda Deebi’ee Banamuu Ilaalchisee Ibsa Dubbi Himaan ABO J-Toleeraa Adabaa Kennan.

Waajjirri ABO Finfinnee, Gullalleetti Waggaa 26 Booda Deebi’ee Banamuu Ilaalchisee Ibsa Dubbi Himaan ABO J- Toleeraa Adabaa Kennan.


Qophii Gaaddisa Dhugaa Sadaasa 20,2018: Waggaa 26’f Cufamee kan Ture Waajjirri ABO Magaalaa Finfinneetti banamuu Ilaalchisuun Dubbi Himaan ABO Miseensi Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO Jaal Toleeraa Adabaa Midiyaaleef Ibsa laatan.


G U L L A L L E E 💚

Yaadannoo Waajjira ABO

G U L L A L L E E 💚

Yaadannoo Waajjira ABO
#ZarihuunWadaajoo 1992