Waa’ee Walitti-bu’insa Oromiyaa Keessaa Irratti Gaaffii fi Deebii Jeneraal Birhaanuu Juulaa Waliin Taasisame
FINFINNEE — (Voaafaanoromoo)—-Walitti bu’insi Oromiyaa, naannoolee qaamonni hidhatan keessa socho’an keessatti humnoonni mootummaa lolatti galuun dirqamnee ti malee fedhi keenya hin turre, jedhu Itti-aanaa Hoogganaan Humnoota Rayyaa Ittisa Biyyaa Itiyoophiyaa Jeneraal Biraanuu Juulaa.