Waa’ee gaaffii uummata oroomoo ilaalchisee:-

Waa’ee gaaffii uummata oroomoo ilaalchisee: ICIITA MINISTEERA dhimma ALAA AMERIKAA KEESSAA BAHAA JIRU:-

ICIITA MINISTEERA dhimma ALAA AMERIKAA KEESSAA BAHAA JIRU:-
Ministeerri Haaja Alaa USA MIKEEL POMPEHO,waa’ee gaanfa Afrikaa,keessattimmoo waa’ee Impaayera Kanaa fi rakkoo fi gaaffii uummata oroomoo ilaalchisee qorannoo waggaa afuriif adeemsisaa ture koree bakka bu’oota uummataa fi Seneeterootaan Ogganamuuf dhiheessuun isa dhaga’ame. Akka qorannoo kanaatti waa’een HIREE MURTEEFFANNOO UUMMATA OROOMOO dubbii ijoo akka ta’ee dhiyaatetu dubbatame.
Nageenyi waaraan gaanfa afrikaattis ta’ee Impaayera kana keessatti kan uumamuu danda’uu fi dhimma alaa USA kan ittifufu yoo oromoon nagaa argate qofa ta’uu bira geenyeera jechuun ibsa.Oromoo jabaadhu qabsoon kee galaana ce’eera.
INJIFANNOON UUMMATA OROOMOOF!!!

Maammee Caffee