Waabee Idiris ft Abdulnaasir Bayyaan **Jawaar Ilmaa Sabaa**

Waabee Idiris ft Abdulnaasir Bayyaan Jawaar Ilmaa Sabaa New 🎶 Oromo 🎶 Music 2019





Damaqi Oromoo Nafxeenyaan karaa hundaa lola labsaa jirti.

YAKKA SEENAAN HIN DAGANNEDHA
Warri Suurasaan Armaan gaditti Argitan kunneen WBO Maqaa Araaratiin Baqaalaa,Jawaar Fi Abbootiin Garaa Kiyyoo Seensinidha.Hubadha Hanga Har’aa nyaataa,Dhugaatii fi yaalaa Gaahaa malee Sanqalleettii Dararama jiru.
#Bara kan Kan Akka Araaraa Fi Jaarsummaa Meeshaa Yakkaa Fi Daba Seenaa ta’e hin jiru
#Kan Akka Oromummaa Rakasee hin argamu
#Eegaa kanaa Jaarsii fi Jaarsummaan???
#Kanaa Oromoo fi Oromummaan??

Soorettii Caalaa



OBS – Gamaa Gamana OBS Obboo Girmaa Guutamaa waliin!