Uummatnii Oromoo, amma lafa irra jiruufii kan boru dhalatuus ABO ni jaalata

Uummatnii Oromoo, amma lafa irra jiruufii kan boru dhalatuus ABO ni jaalata





KOORRII GUDDAAN ABO geggeefamuuf yeroo muraasatuu hafee.

#A.
Aa jedhee anaana’e sabaaf laalatee….
#B
Ballisee babalisee seenaa muldhisee.
#O.
Odeesii, Oduu qabdaa, ODAA maaf ustee.

Artistiif qabsaahaa oromoo, Adam Haaruun baroota ABO jechuun yakka ta’ettii Weellee dhaan sammuu Dhalootaa keessa jaalalaan nuuf qubsiisee keessaa.

Uummatnii oromoo, Amma lafa irra jiruufii kan boru dhalatuus ABO ni jaalata.
ABO, n waan hooggansaan jaalatamu Yookiin hooggansaanis jibbamuu miti.
Kana jechuun fedhu Dr ABIY haa hoogganuu, Lammaa Magarsaa haa hoogganuu Dawuud Ibsaan haa hoogganuu, Kamaal galchuu haa hoogganuu, ABOmaan Kaayyoo dha.
KAAYYOON ABO kaayyoo Fii fedha ilmaan Oromoo hundaati.



Bitootessa 21/2019
G/Q/Wallaggaa aanaa Gaawoo Qeebbee ganda Biiftuu Ciroo
=========================================
#ODUU_GADDAA!!

Waraanni EPRDF kan dhiiga ilmaan Oromoo dhangalaasuu aadaa godhate guyyaa har’aa ganama naannoo sa’a 3:00 keessa aanaa Gaawoo Qeebbee ganda Biiftuu Ciroo bakka gabaa Kamisaa jedhamtutti qeerroowwan nagaa afur(4) rasaasa itti roobsitee ajjeeste.Maqaa namoota du’an kanaa akka adda baafanneen kan maxxansinu ta’a.




ለጉዳይ ሚኒስትርነት የተባሉ ግለሰቦች ስም ዝርዝር፦ለውጪ ጉዳይ ሚንስቴር የታጩ ስዎች እነዚህ ናቸው
1-ብርሃኑ ነጋ
2-ለማ መገርሳ
3-ኢሩት ዘመነ
4-ደመቀ መኮንን
5-ገዱ አንዳርጋቸው
በዚህ ጉዳይ ነገሩ መጀመረ ተግባራዊ ይሁን እንጅ ብዙ ብዙ የሚለው ነገር አለኝ። በትንሹ ከሚያሳስበኝ የኦሮሞ ስደተኞችና የዳስፎራ ጉዳይ አፈር ድቤ ሳይበላ አይቅርም። እንደ #ስዩም መስፍን ጊዜ ሹመት። ለውጡ ማርሹን ለውጧል።


Akeekkachiisa isa dhumaa tikoota Polisii Aanaa Eebantuu kan yakkoota hedduu ummata aanaa Eebantuu irratti raawwachaa jiraniif.

1. Balaay kumsaa polisii yeroo dheeraaf hojii basaasummaa irratti bobbaa’aa tureefi ammas itti jirudha.
2.Tamanee …………polisii warri kun warra Ijoollee Obbo Qanaatee ajjeesedha. Ammas namoota baayyee mana hidhaatti guuraa jiru.
Yakka hojjechaa turtaniif hojjechaa jirtanirraa atattamaan akka dhaabbattaniif akeekkachiisa dhumaa isiniif kennaa jiru Qeerroon Aanaa Eebantuu.