UUMMANNI MAGAALAA TAFKII FII QEERRON SABBATAA GALATOOMAA!!!

Above Single Post

#UUMMANNI_MAGAALAA_TAFKII_FII_QEERRON_SABBATAA_GALATOOMAA

Qeerroof Qarreen magaalaa Jimmaarraa miilaan Irreechaaf deeman guyyaa har’aa magaalaa Tafkii yeroo gahan poolisoonni Oromiyaa Alaaba ABOn qabattan jechuun dhorkanii turan Ijoolleen kunis nuti lafa amma kanaa yeroo deemnee dhufnu qaamni nudhorke mitii nugaafatayyun jiru jechun didanii turan jarris dhorkuuf yaaltee turte garuu uummannii fi qeerroon sabbataarraa ijoollee kanaaf dhaqqabuun simannaa godhaniifii jiru jarri dhorkuuf yaaltes sodaatanii deemanii jiru qeerroof qarreen kun yeroo ammaa kana uummanni numa bira bultan malee sin hin gadhiifnu waan jedheef achuma buluuf dirqamanii jiru galatoomaa jennaan

Ammas garuu gochaan akkasii akka deebi’ee hin raawwanneef mootummaan qaama Alaabaa kana dhorkuuf yaalu dhorkuu qaba mootummaan mataansa ammoo akkuma gaafa duraa qabattanii deemun hin danda’u kan jedhu yoo ta’e balaa uumamuuf itti gaafatamaan mootummaadhuma ta’a kanaaf nageenya oromoof oromiyaa jeequn qabu mootummaan kanaafis uummanni qaamni nageenyaan akka irreechin raawwanneef waantota hedduu gochaa jira waanta’eef uummanni kana beekun waan kamuu tasgabbiin deemuufii rawwachuu qaba yoo danqaa kan uuman ta’es uummanni sagalee tokkoofi humna tokkon qaama nageenyasaa booressuuf deemu fuuldura dhaabbachuu qaba irreechi kan nagaaf jaalalaa tokkummaa keenya daran itti muldhifnu nuuf haatasisu rabbiin
Horaa bulaa deebanaa.

Abon Agartuu Ummata Oromooti


Mee ilala yaa oromoo karam Demma jira Qeerroon magaala sabbataa ayyaana Irreechaaf alaabaa abbaa gadaa fannisu. Godaantonni alkan ciranii bulu. OPDOn Oromiyaa kabachiisuu hin dandeessu.


(Ezel Oromia,Fulbaana 29,2019)BY Gabbisaa Lammeessaa!

Lammituu Lammiif Birmata!

Irrecha Oromoo Irree Oromoo Irreefatuuf jecha turtii Waggoota 150 booda Irrerffannaa Hora Finfinneetti ta’uuf deemmu irraa ummata mallattoo eenyummaa isaa qabatee, uffatee deemu huccuu halluu Alaabaa keessanii uffachuu fi Alaabaa keessan hin qabattan jechuun Shirri ilmaan Oromoo irratti xaxamu kamuu hojii diinummaa balaaleffatamuu qabanii dha.

Akka kanaan Ilmaan Oromoo, Qeerroo fi Qarreen Godina Jimmaa irraa daandii dheeraa qaxxaamuranii miilaan dhufaa jiran guyyaa Kaleessaa Fulbaana 28,2019 magaalaa Asgoriitti haala hoo’aan simatamanii, guyyaa har’aa ammoo imala isaanii gara Finfimneetti osoo imalaa jiranii Seensa Magaalaa Sabbataatti bakka #Tafkii jedhamutti caasaa murna Dr. Abiyyiitiin ugguramaniiru.

Waan ta’eef, ummanni Oromoo naannoo sanaa, Qeerroo fi Qarreen akkasumas Eegdonni Warraaqsa Oromiyaa(EWO) naannoo sana jirtan shira Shiftaan/Maafiyaan EPRDF Lammiilee Oromiyaa irraan gahaa jiran kana hubachuun birmadhaafiin dhaamsa yerooti!

Gadaan Gadaa Nagahaa fi Biliaummaati!
Injifannoo Ummata Oromoof!

Mohammed Hassen Wako

OMN: Oduu (Fulbaana 29, 2019)


Sidaama!!


በራሳቸው ጥረት 1987 ጀምሮ በዝማሬ እና በስብከት በኦሮሚኛ እያገለገሉ ይህቺን ቅድስት ቤተክርስቲያን በኦሮሚያ ክልል ለትውልዱ ያላትን እውነት ሲመሰክሩ የቆዩ ድንቅ አገልጋዮች እና ወልዳ ዱካ ቡኦታ ማህበር በፊንፊኔ ከተማ የመስቀል በዓል አከባበር ላይም እንደዚህ በዓሉን አድምቀውታል ።
እግዚአብሔር አምላክ የአገልግሎት ዘመናችሁን አብዝቶ ይባርክ፣በሰላም እና በፍቅር ጠብቆ ለአመቱም ያድርሳችሁ ።

በመምህር ፔጅ


የኦሮሞ ልጆች በትንሸዋ የኩሸ መንደር የሆነችው ሚንሶታ ውስጥ ሸር ብትን እያሉ ነውገዳ ቢሊሱማ


3 2 3 2 barca style jarreen kun adda facatee moo maalii waa wal biraa hin mullataan. Hirririi isaani kun kan wayyanee dirree isii irratii moohatedha. ODP waalinniis taphaa miichomalle tatuu taphachuun barbaachisadha. Kan geeba fulduraaf ittii qophawaa. Danyaan Dawiit Ibsaa ha tahuu. Saraara lameen irraa Pro mararaa fi Baqalee haa tahuu danyaan.

Below Single Post